Saaqiinsi Manneen Barnootaa marsaa sadiin akka raawwatu ibsame
Haallii saaqiinsa manneen barnootaa bara 2013 marsaa sadiin ta’uu ibsamee jira. Kunis
Marsaan jalqabaa Onkoloolessa 9, 2013 manneen barnootaa baadiyyaa keessa jiranifi magaalota aanaa keessa jiran
Marsaan lammaffaa Onkoloolessa 16, 2013 kunis manneen barnootaa sadarkaa magaalota godirraa jiran akka banaman
Marsaa sadaffaan immoo Onkoloolessa 30, 2013 yoo ta’u magaalaa Finfinnee fi Gadina addaa Oromiyaa naannawaa finfinnee keessa manneen barnoota jiran akka banamaniif yaadii kennamera.
Qormaanni kutaa 8ffaa immoo sadaasa 22-23 nara 2013 akka kennamu
Qormaanni kutaa 12ffaa immoo sadaasa 28 hanga Mudde 1 bara 2013tti akka kennamuuf yaadi kennamee irratti mari’atamaa jira.