Thu. May 26th, 2022

Mannneen Jeneraalotaa fi Qondaalota Waraanaa Dhiheenya Hidhamanii Keessaa Meeshaan Waraanaa Argame, Jedha Poolisiin Federaalaa

Yakka biyya ganuutiin shakkamanii to’annoo jala kan jiran Jeeneraloonni fi qondaaltotni waraanaa manneen isaanii sakatta’ame meeshaaleen waraanaa nama dhuunfaa harkatti argamuu hin qabne keessatti argame, jechuun Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.

Dubbi-himaan Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa obbo Jeeyilaan Abdii, meeshaalee qabaman dhuunfaan harkaatti qabachuun dhorkaa dha, jechuun ibsa kennan.

Qondaaltotni kunneen garee HIWAHAT waliin shra dalaguun haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Izii Kaabaa irratti akka raawwatamu taasisaniiru jechuun shakkamanii hidhamuun isaanii himameera.

https://www.voaafaanoromoo.com/embed/player/0/5682914.html?type=audio

https://www.voaafaanoromoo.com/a/5682917.html?fbclid=IwAR10LfA1rWTSwD8upyEIHNefrvt-6pg0TDWVqDdlJyna29NUu73USV5qZdU

Maddi: VOA Afaan Oromoo

By Chala Dandessa

Name: Chala Dandessa. I was born in West Shewa Zone, Chobi District of Oromia Region, Ethiopia in 1989. Currently I am Lecturer at Jimma Teachers College.

Leave a Reply

%d bloggers like this: