Thu. May 26th, 2022

Magaalaan Baahirdaar har’a ganama naannoo sa’aa 12:15 irratti yeroo sadaffaaf rokkeettiin akka haleelamte ‘Ethiopia Insider’ gabaase.

#Baahirdaar

Magaalaan Baahirdaar har’a ganama naannoo sa’aa 12:15 irratti yeroo sadaffaaf rokkeettiin akka haleelamte ‘Ethiopia Insider’ gabaase.

Rokkeettii lama kallattii Naannoo Tigraay irraa furgugamaniiru jedhaman kun naannoo Buufata Xiyyaaraa magaalitti akka bu’an himameera.

Haleellaa kana booda konkolaattota Ittisa Balaa Ibidda gara buufata xiyyaaraa imalaa akka turan fi haleellaa kanaan miidhaa namaa fi qabeenya gahuu akka hin oolle gabaafameera.

Dhimma kana ilaalchisee mootummaan naannichaas ta’e kan Federaalaa akkasumas gareen ABUT ibsa baasan hin jiru.

By Chala Dandessa

Name: Chala Dandessa. I was born in West Shewa Zone, Chobi District of Oromia Region, Ethiopia in 1989. Currently I am Lecturer at Jimma Teachers College.

Leave a Reply

%d bloggers like this: