Thu. May 26th, 2022

Kaleessa galgala rookkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhukaafamuu qulqulleessi ragaa labsii yeroo ariifchiisaa beeksise

Kaleessa galgala rokkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhikaafamuu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifchiisaa beeksiseera.

Kanaafis naannoo buufata xiyyaaraatti miidhaa xiqqaan qaqqabeera.

Gareen Juuntaa ABUT meeshaalee waraanaa harkasaa jiru ergama badiif oolchuuf yaali taasisuu ibsameera.

Kunis du’a isaan dura dandeettisaa dhumaan yaalii taasisaa jiraachuu ibsameera.

Baldhinasaa gareen qorattootaa ramadamuun qulqulleesaa jiraachuu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifchiisaa ibseera.

By Chala Dandessa

Name: Chala Dandessa. I was born in West Shewa Zone, Chobi District of Oromia Region, Ethiopia in 1989. Currently I am Lecturer at Jimma Teachers College.

Leave a Reply

%d bloggers like this: