Badhaasni Odaa (Oda Award) Bara Kanaa Onkoloolessa 19 Sharaatan Addistti Akka Geggeeffamu Bashaatuu Tolamaariyaam Beeksiste.
Badhaasa Odaa 4ffaa ilaalchisee ibsa kennamee.
Ergaa Bashaatuu Tolemaraamiyaam
Akkaataa raawwannaa dorgommiis haala armaan gadii kanatti ibsameen akka tahu Bashaatuun beeksifteerti.
- Kaadhimamtoota dorgomtoota badhaasa Odaa Marsaa 4ffaa tiif dhihaatan filachuu kan dandeessan karaa Ergaa gabaabaa ykn SMS lakk. 8222 koodii OA dura aansuun bilbila harkaa keessaniin yoo ergitan qofaadha.

2. Kaadhimamtoota dorgomtoota badhaasa Odaa Marsaa 4ffaa tiif dhihaatan filachuu kan dandeessan karaa Ergaa gabaabaa ykn SMS lakk. 8222 koodii OA dura aansuun bilbila harkaa keessaniin yoo ergitan qofaadha.

3. Kaadhimamtoota dorgomtoota badhaasa Odaa Marsaa 4ffaa tiif dhihaatan filachuu kan dandeessan karaa Ergaa gabaabaa ykn SMS lakk. 8222 koodii OA dura aansuun bilbila harkaa keessaniin yoo ergitan qofaadha.

4. Kaadhimamtoota dorgomtoota badhaasa Odaa Marsaa 4ffaa tiif dhihaatan filachuu kan dandeessan karaa Ergaa gabaabaa ykn SMS lakk. 8222 koodii OA dura aansuun bilbila harkaa keessaniin yoo ergitan qofaadha.

5. Kaadhimamtoota dorgomtoota badhaasa Odaa Marsaa 4ffaa tiif dhihaatan filachuu kan dandeessan karaa Ergaa gabaabaa ykn SMS lakk. 8222 koodii OA dura aansuun bilbila harkaa keessaniin yoo ergitan qofaadha.

6. Kaadhimamtoota dorgomtoota badhaasa Odaa Marsaa 4ffaa tiif dhihaatan filachuu kan dandeessan karaa Ergaa gabaabaa ykn SMS lakk. 8222 koodii OA dura aansuun bilbila harkaa keessaniin yoo ergitan qofaadha.

7. Kaadhimamtoota dorgomtoota badhaasa Odaa Marsaa 4ffaa tiif dhihaatan filachuu kan dandeessan karaa Ergaa gabaabaa ykn SMS lakk. 8222 koodii OA dura aansuun bilbila harkaa keessaniin yoo ergitan qofaadha.

Maddi: Fuula Feesbuukii Bashaatuu Tolamaaram